Datasets:
Tasks:
Token Classification
Modalities:
Text
Formats:
text
Languages:
Oromo
Size:
10K - 100K
Tags:
art
License:
Commit History
-
Update README.md
3ebadba -
Upload test.txt
ff61043
-
Create text1
698035f -
Create README.md
Qaala’iinsa gabaa yeroodhaa gara yerootti dabalaa dhufe hundeerraa furuun maaliif dadhabame-Hawaasa Finfinnee, Bitootessa 9, 2014 (FBC) – Hawaasni naannoo Oromiyaa Godinaalee garaagaraa keessa jiraatan waa’ee qaala’iinsa gabaa tasgabbii dhabe ilaalchisuun Komii isaanii ibsaniiru. Faanaa Broodkaasting Korpooreet komii jiraattotaa bu’uura taasifachuun,akka naannoo Oromiyaatti hordoffiin taasifamaa jiru maaliif laafe jechuun Itti Aanaa Hoogganaa Biiroo Daldalaa Oromiyaa Obbo Tasfaayee Gashoo gaafatee jira. Gatiin Oomishaalee Alarraa galanii dabaluun tarii sharafa maallaqa biyyoota alaa waliin walqabatee tahuu mala jedhan. Oomishni biyya keessaahoo maaliif gatiin isaa tasgabbii dhabeen Gaaffii Hawaasa bal’aa keessaa burqaa jiruudha.Kana deebisuuf Seekteraaleen hundinuu xiyyeeffannoodhaan Hojjechuu gaafata.Qaalayiinsi Gabaa madaala dhabe kun hawaasa mufachiisee jira waan ta'eefi. Obbo Tasfaayeen akka jedhanitti baatiiwwan 8 darbanitti Mootummaan Qaraxaafi Taaksii silaa argachuuf qabu Birrii…2fa2ea9 -
initial commit
86143e6